|
BURQAAN, Baatii
sadi'itti yeroo tokko dhimmoota adda addaa irratti afaan Oromoon maxxansa ba'uu
dha. Maxxansi kun dhimma, Hawaasummaa, Dinagdee, Aadaa fi Siyaasa Oromoo qofaa
irratti kan hundaa’e osoo hin taane fuula adda addaas hedduu qaba.
Namoonni naannoo kaaba Amerikaa
jiraattan $ USA 28.00, Kanneen Awuroopaa fi Awustiraaliyaa jiraattan $ USA 32.00
yoo nuuf ergitaniif maxxansa arfan kan waggaa tokkoo argachuuf barbaada isaa
yeroo keessan hin balleessitan.
Iti maammilomaa
|