Jireenyaaf Fiiguu/ =
Running for Life
Waa&=
#8217;een
atileetiksii addunyaa yeroo ka’u mara battalumatti sammuu namoota baayyee keessa kan dhufan waa’ee atileetota Oromoo yeroo <=
span
class=3DSpellE>hunda waltajjii atileetiksii irratti dhihaatanii mo’ataniiti. Isaan kana keessaas kanneen akka Abebe
Bikilaa waldorgommii maraatoonaa waggaa 39 dura Tokiyoo Jaapanii fi Room Xaaliyan irratti dorgomee kan mo’atee fi hanga har’aatti
sadarkaan isaa kan isumaan qabamee
jiru, kanneen akka Maammoo Waldee,
Waamii Birraatuu, <=
span
class=3DSpellE>Fiixaa Bayi, Daraartuu
Tulluu, Qananiisaa =
Beqelee, Biraanee Adaree, Ijigaayyoo Dibaabaa, Xurinesh Dibaabaa fi kan
biroo baayyee gootota atileetiksii addunyaa irratti mo’achuun kan beekamanii fi irra
guddaan namaa maqaa fi hojii
isaanii malee, duubbee isaanii kan hin beekne
maqaa dhahuun ni danda’ama.
Kanu=
maa
atileetotni Oromoo kan amma maqaa dhahamanii fi kan bi=
roon
kanneen waltajjii <=
span
class=3DSpellE>waldorgommii atileetiksii=
addunyaa irratti beekaman kun duubbeen isaanii maal fakkaata?
Maal irraa ka’aniis sadarkaa <=
span
class=3DSpellE>kanarra ga’uu danda’an kan je=
dhu
gaaffii sammuu namoota beeyyee keessa deddeeebi’uudha. Garuu inni kun duubbee Atileetota kanaa qofaa otuu
hin taane duubbee aadaa saba
atileetotni kun keessaa biqilan irratti kan hundaa’eedha.
Sabn=
i Oromoo akkuma saba
kamiiyyuu saba aadaa fi seenaa
mataa isaa qabuudha. Aadaan kunis aadaa mal bulchiinsaa, aadaa fuudhaa fi heerumaa,
aadaa walii wajjin jireenyaa, aadaa amantii, aadaa ispoortii fi kan bi=
roos
baayyee qaba. Aadaan isaa kunis
jireenya isaa har’aaf riqicha ta’ee kanin ittiin jireenya isaa guyyuu gaggeeffatu
ta’eefii jira=
. Mee ammaaf mata
duree kaaneef ispoortiin aadaa Oromoo keessatti bakka akkamii akka
qabu haa ilaallu.
Ilma=
an Oromoo har’a Atileetiksii addunyaa irratti sadarkaa duraatti maqaa dhahaman kun sadarkaa kan=
a ga’uu kan da=
nda’an
arcaa aadaa abbootii isaanii duraan yoon jedheef
dhugaa irraa kanin fagaadhe hin ta’u. Akka har’aatti gurma’anii sadarkaadhaan=
span> wal aangessanii hanga shaampiyoonaatti hin deemin malee
aadaa Oromoo keessatti “Fiigichoo”=
; jedhamee kan be=
ekamu
goosni ispoortii jira. Kunis daa’iman
Oromoo ijoollummaa =
irraa jalqabee jabina qaamaa, obsa, abdii, hamilee,
mo’achuu fi <=
span
class=3DSpellE>injifatnoon maal akka ta’e jireenya isaanii keessatti horatanii akka guddataniif kan
isaan gargaaruudha.=
Ilma=
an akkasitti guddatan jabina namummaaf barbaachisu gonfatanii rakkoo fi gidiraa
kamuu keessaa akka ba’uu dandaa’aniif kan le=
enjifamanii
dha. Akeekni aadaa “Fiigichoo” kunis daa’iman Oromoo kun=
ittiin waldorgommii keessatti akka hirmaatan qofaaf osoo hin taane
ittisa biyyaa keessatti fuula duratti gahee guddaa
akka qabaataniif kan
akeekkatamuu dha.=
p>
Fiigichoon kun ijoollee Oromoo onnachiisee, hamilee guuchisee, hanga injifannootti osoo abdii hin kutatin
dandeettii, malaa <=
span
class=3DSpellE>fi hamileedhaan qophaa’oo akka ta’aniif isaan gargaara.
Jaar=
soliin
tapha ijoollee taa’anii do’atan isa mo’ateen “=
;goota, gomcee” jedhanii yammuu faarsan, isa mo’atameen
immoo “ati immoo yeroo biraatti
qophaayi, ni mo’attaa” jedhanii=
span> jajjabeessu. Kan
duraan mo’atame xiiqiin qabatee bulee oolee jagnummaa
dabalata. Ijoolleen=
taphaan guddatan lola irratti ari’atanii
booji’uu fi <=
span
class=3DSpellE>yoo haalli cime
immoo dheessanii deebi’anii gurmaayuuf, baqatanii jalaa ba’uuf rakkoo hin qaban.
=
Fiigichoo keessatti kan
ida’aman akka=
: wal baachoo, geengoo,
finqilaachoo, mucucoo, darbachoo fi k.k.f.
hedduutu jira. Akkuma umuriin ijoollee kanaa dabalaa deemeenis goosni ispoortii isaan itti hirmaatan
jijjiiramaa kan de=
emu
yoo ta’u: kolleen, waldhaansoon, waa harksuun, bishaan
daakuun, farda gulufsiisuun, dhagaa fi eeboo darbachuu
dorgommiilee jiran =
keessa seenaa deemu.
Aada=
a ispoortii kanaan kan
walitti hidhatee jiru tokkos aadaa
Cooccoo jedhamee beekamu tokko. Aadaan kun ijoollee sadarkaa gaammee irra geesse
lafa qee irraa fagaatee jiru bosona keessatti
geessanii sooruu kan qabate
yemmuu ta’u, =
Yeroo sana ke=
essa
ispoortii jajjaboo =
yeroo itti shaakalanii
dha. Ijoolleen qee irraa fageeffamanii
sooramanii fi dirqama addaaf qopha’an kun umuriin isaanii 16 hanga 24 gidduu =
kan ji=
ran
yoo ta’u isaanis gaammee jedhamanii beekamu. Yeroo sanattis gaammeen bulchiinsa ofiin of bulchuu (autonomy) yeroo =
itti jalqaban ta’a.
Baayyinni ijoollee =
walitti qabamaniis yeroo tokko tokko
hanga 1500tti kan ol=
guddatu ta’a. Ijoolleen leenjii addaaf qee irraa
fagaatanii deeman <=
span
class=3DSpellE>kunis yeroo ala turan kana keessatti akka gaariitti kan sooraman yoo ta’u,
bineensa adamsanii =
qabu ykn ajjeesuu,
lafa dheeraa fiiguu, tabba ba’uu
fi arraangadee bu’uu dabalatee goosa dorgommii jiru hundaa keessatti
qooda fudhatu. Kana=
keessaa farda gulufsiisuu
fi bu’aa bayii fiiguu irratti
yeroo isanaii dabarsu. Sababni isaas farda gulufsiisuun
aadaa lola Oromoo keessatti bakka guddaa waan
qabuuf.
Gali=
in ispoortii Oromoo nama diina biyya
irraa loluu danda’u qopheessuu =
akkuma ta’etti farda gulufsiisuu fi fardaan loluun
ammo sadarkaa 1ffaatti <=
st1:State
w:st=3D"on">kan
ilaalamuudha. Dargaggoonni Oromoo farda gulufsiisuu,
gaachanaan ittisuu,=
fardarra ta’anii diina waraanuu fi fardi osoo
fiiguu irraa utaaluu,eeboo lafa bu’e osoo fardi fiiguu kaasuu,
akkasumas garaa jala miliqanii eeboo diinaa jalaa
dheessuu kan fa=
kkaatuun
dandeettii akka horatanitti guddatu. Leenjii cimaa keessa
kan darbe abdii hawwaasa
Oromoo kan ta=
’u
yoo ta’u, akka humna ittisa
biyyaattis abdatama=
. Dabalees ijoolleen akkasitti guddatan oodaa fi safuu
Oromootti waan guddataniif hawwaasa keessa jiraatan keessatti ija ta’anii
argamu. Aadaa sirna Gadaa keessatti
ulaagaalee filmaataaf gahaa nama taasisu
kessaa jabina, hamilee fi obsa
akkasumas beekumsa =
aadaa <=
span
class=3DSpellE>kan ho=
ratan
yoo waldorgommii sadrkaalee adda addaatti jiru keessa
hulluuqan qofa. Kanaafuu ijoolleen dorgommiilee kana fakkaatan keessa injifatnoon darban filmaata biyya bulchuuf ta’u keessattillee =
dorgomuuf carraa gaarii qabu.
Egaa=
kun seenaa kaleessaati. Seenaan kun cabiinsa sirna gadaa fi
ofiin of bulcha saba Oromoo waliin
kan
hafee dha. Garuu arcaan seenaa
Oromoo kaleessaa jiraanya saba Oromoo
har’aaf raacitii ta’ee jira. Atileetotni Oromoo har’aas akka daa’imman Oromoo kaleessaa ijoollummaa qabamaniis sadarkaa adda addaan waldorgommii
adda addaatti qooda fudhachuu baatanillee, adamoo dhaquun bineensa ar’anii qabuu ykn adamsanii ajjeesuu
baatanillee, karaan=
akaakiloonnii fi abaabiloonni isaanii kaleessa keessa darban sun har’a riqicha ta’eef. Itti dabalees atileetotni
Oromoo kun irra guddaan isaanii baadiyaatti guddachuu isaanii fi karaa
dheeraa miillaan demanii mana barumsaa
fi bakka adda addaa dhaquun
isaanii fi teessumni lafaa shaakala baranee amma argatan waliin
sadarkaa kanarra akka isaan ga’an
kan
isaan geessiseedha.=
Atleetotni Oromoo atileetota Ethiopia
sadarkaa addunyatti=
beekaman keessaa dhibba keessaa harka 95 ta’u.