| Home | About us | Subscribe | Advertise with usBack IssuesFeedback | Shop |

Home
Subscribe
Advertise with us
Back Issues
About us
Feedback
Shop
Contact us

 

 

 

 

 

 
Related sites
Learn Qubee
Oromo Music
Oromo Singles
 
 
 
 
 
 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Vol 1 Issue 1

Hudhaa 1 Lakko 1         

 

 

 

 

 

 

Amajjii - Bitootessa 2004

(January - March 2004)

 

Inside this issue:  

 

 

                             

 Baafata
Ergaa Burqaa ................3
Oduu ...........................4
Kutaa Aadaa…................8
Ilaalcha…......................11
Og-barruu.................... 15
Qaxxaamura jechootaa..19

 


 

 

Oromootu Halagaaf qee isaa gad lakkisee ba’aa! Kun du’a lama... Bifa kamiinuu murtiin kun dura dhaabbatamuu fi fashaluu qaba.


Ummata Oromoo
 

 

Cover Story

Habashaa ykn Etiyopiyaawwii miti. jechi koo kun ammo hiriyyaa koo tokko baayyee aarsa. Innis Oromitticha. Nu lamaan tokko taanee waa’ee eenyummaa keenyaa irratti maaf yaada adda addaa qabaanne…?” fuula16ffaa rratti dubbisaa.

 

 

“Guyyaa gadadoo sana”

“….Har’a guyyaa sadan isaatti boquu isaa ol qabtee bakka jiru mil’achuu yaale, Garuu manni inni keessa jiru dukkana waan ta’eef yeroof

kutichi maal akka inni fakkaatu baruu dadhabellee yaada yeroo dheeraa booda eessa akka jiru bare Mana hidhaa ma’ikelaawwii Booda manni hidhaa an keessa  jiru kun mana hidhaa maaliiti jedhe of gaafate, Manni kun mana

hidhaa Dargii kan ture, Muhee Abdoofaa kan keessatti rachanaman, Qabsaa’onni baayyeen kan Oromoo fi ummanni cunqurfamoon keessatt

dararaman, keessa taa’een jiraa jedhee of gaafate Obsaan guyyaa sadii booda akka of bareen...
Fuula 15

Ilaalcha (Articles & Views)

Kiristaanonni Siyaasatti hirmaachuun Cubbuudha? Maarree deebii kanaa argachuuf
gaaffii fi deebii Luba Gammachis Dastaa waliin goone yoo dubbistan?
Fuula 11
 

            

 

   Luba Gammachis Dastaa 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

An eenyu?
“...Yeroo tokko tokko, namoonni tokko tokko “Habesha nehi ?” Yeroo naan jedhan nan aara

 

 

 

 

 

 

 

 

HomeAbout us | Subscribe | Advertise with usBack IssuesFeedback l Shop |