|
Barreessaa fi Qindeessan: Daraaraa maatii
Bakki do’iin kun itti hojjetame: Atlanta Gorgia
Kan maxxanfamee Magaalaarra oole; Dhuma gurraandhala bara
2005
Dheerinni yeroo agarsiisichi fudhatuu: 1:45
Gatiin gurgurtaa do’ii kanaa: $USD 15
|
Waa’ee Do’ii kanaa.
Do’iin Kun “Guyyichi Har’aan” hirmaannaa fi taatota Oromoo
magaalaa Atlanta Gorgia jiraataniin kan qophaawe yoo ta’u,
seenaan isaa haala jireenya Oromoo yeroo ammaa kana irratti kan
huundaa’eedha. Qooda fudhattoota do’ichaa kan ta’an tootoni
isaas bakka baayyee ga’anii waan baayyee dhuqanii jiruu fi
jireenya keenya, keessaa fi alaa akka daawitiitti kan
mul’isaniidha. Itti dabalees do’iin egeree aartii Oromoof
fakkeenyaa fi jalqabbii gaarii ta’uun isaa kan ragaan
ba’ameefiidha.
|