| Home | About us | Subscribe | Advertise with usBack IssuesFeedback | Shop |

 
   
Home
Subscribe
Advertise with us
Back Issues
About us
Feedback
Shop
Contact us
 

 

 

 

 

Related sites
Learn Qubee
Oromo Music
Oromo Singles
 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Vol 2 Issue 1

Hudhaa 2 Lakko 1

 

 

 

 

 

  

          

 

Amajjii - Bitootessa 2005

(January - March 2005)

 

 

 

 

Inside this issue:                               

Baafata

Ergaa Gulaalaa.....................................1
Xalayaalee...........................................2
Oduu...................................................3
Deemsa Burqaa waggaa 1ffa..................4
Gola Kitaabotaa....................................8
Ilaalcha..............................................12
Aadaa................................................14
Dinagdee............................................26
Eenyu Turan........................................28

 

 

 

 

 

Ilaalcha (Articles & Views)

“Hayyoota ambaa Impayera Itoophiyaa irratti qiyyaafatanii qorannoo gaggeessaa turan keessaa Pirofeser Siegfried Pausewang fi dhaabni isaanii Chr.Michelsen Institute warra tokko. Pirofeser Pawusang waggaa kurnan darban kana keessa filmaata biyyoolessaa biyyittii keessatti ta’aa turee fi haala Impayera Etophiyaa ilaalchisee kitaaba

Cover Story

“Ummanni Oromoo Itoophiyaa dimokiratawe keessatti hiree mataa isaa ofiin murteeffachuu yoo danda’eef deemsa qabsoo bilisummaa Oromoof karaa qaxxamuraati jedhu hayyoonnii fi xiinxaltootni tokko tokko. Kaan ammo yaadni kun yaada namoota biyyatti galuu barbaadanii fi yaada Hogganaoota ABO ammaati jedhu. Kanumaa yaada kana ABOn akkamitti ilaala? Dhimma kanaan wal qabatees waa’ee Konfiransii Bergen, Kora Sabaa ABO dhiheenyatti geggeeffamuuf jiruu fi haala qabatamaa qabsoon har’a irra jiru ilaalchisee H/ABO obbo Dawud Ibsaa waliin gaaffii fi deebiin taasifne deebii quubsaa fi ijoo dubbii baayyee qabatee jira.”
Fuula.. 12

 

 

 

 

 

barreessanii fi ibsa baasaa turaniin, Itoophiyaa keessa dimokiraasiin akka hin jirree fi kana booda mootummaan addunyaas dimokiraasiin biyyattii keessa jira jedhee gowoomsamuu akka hin qabne cimsanii barreessaa turan. Haa ta’u iyyuu malee Pirofeser Pausewang dhiheenya kana ammo ABOn biyyatti galee filmaata biyyoolessaa keessatti nagaan akka dorgomuuf yaada dhiheessu. Kanumaa biyya nagaa fi dimokiraasiin hin jirre jedhanii dubbatan keessatti akkamitti yaada akkasii dhiheessuu danda’a?. Yaada isaanii kana ammo akkamitti walitti firoomsatu?”

Fuulli 6ffaan deebii isaa qabateera.

 

 

"Hojii isa misiononni hojjechuu sodaatan hojjechuufan carraa argadhe: innis mirgi dhala-namaa yeroo hacuucamu dubbachuudha."     Obbo Onosmos Jaalata

 

 

 

 

 

 

Eenyu Turan (Biography)

 

Sheek Bakrii Saphaloo(1895-1980)

Ogeessa Qixxee hin qabnee fi Sabboonaa Oromoo.

 

Dr Mahamed Hassaniin

 

 

“Gaafas yeroo hin baramnetti kutaa qormaataatti na geessaan. Yeroo biraarra qaamni na suuka’e. Waanti hamaan narratti raawwatamuuf deemuu isaa qaamtu na bare. Namtichi na qoruuf dhihaates dhugee macha’uu isaa diddimannaan iji isaa fagootti mul’isa ture. Harkaa fi miilla koo irraa fuuncaa jiru hiikee teessuma fudhu naan jedhe. Barcuma butadheen taa’e. “Jireenyi mana hidhaa kun akkam sitti jira naan jedhe.” Akkuma argaa turten ittiin jedhe. “Of gargaaruu dandeessa turte” naan jedhe. Kanaan dura waa’ee of gargaaruu danda’uu koo ilaalchisee yeroo dheeraa kan haasofnee fi ejjennoo koo kanin itti hime waanta’eef ammas irra deebi’ee dubbachuu waanin hin barbaanneef akka nama hin dhageenyeen callisee irra darbe. Innis ta’e warreen biroo kan isaan naan jedhan, iciitii dhaabaa kanin beeku akkan baasu, ykn mana hidhaa ba’ee basaasa isaanii ta’ee akkan hojjedhu, kanaafi horii guddaan akka naaf kafalamu…An garuu gochuunillee waan biraadhaa, afaaninillee dubbadhee garaan waan biraa yaaduuf hamilee isaa hin qabun ture....”
Ayyaantuu

Dinagdee (Economy)

Oromiyaan soorettii hataatu malee garuu Oromoon qabeenyaan aanga’uu hin dandeenye. Kun maaliif ta’ee? Gara-fuuldurattis attam ta’inna laataa?

Raggaatuu Aagaaniin

 

 

Special Report

Deemsa Burqaa Waggaa Tokkoffaa. Maxxansa kana jalqabuuf jiraachuu keenya yeroo beeksifnu...

 

 

 

 

 

 

Aadaa (Culture)

 

Obbo Lubee Birru waa’ee ayyaana irreechaa kana ilaalchisee ibsa yeroo kennan. "Kan wal barsiisu qabnu tokko Gubaan Oromoo Masqala Abashaa irra waa tokko hin qabu"

 

 

 

 

HomeAbout us | Subscribe | Advertise with usBack IssuesFeedback l Shop |