| Home | About us | Subscribe | Advertise with usBack IssuesFeedback | Shop |

 
   
Home
Subscribe
Advertise with us
Back Issues
About us
Feedback
Shop
Contact us
 

 

 

 

 

Related sites
Learn Qubee
Oromo Music
Oromo Singles
 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Inside This Issue:

Hudhaa 2 Lakko 2 (Vol 2 Issue 2)

   

 

Ebla - Waxabajjii 2005

(April - June 2005)

                           

                               

Baafata


Ergaa Gulaalaa.....................................2

Xalayaalee...........................................3
Gola Kitaabotaa....................................8

Ilaalcha..............................................12
Aartii..................................................26

Eenyu Turan........................................17

Og-Barruu...........................................28

 

Cover Story

“Haayyoonni Keenya hanguma qotee bulaa keenyaallee Oromummaa isaanii irratti cicha kan qaban natti hin fakkaatu. Sababni isaas Har’a qotee bulaan keenya mancaa fi eeboon diina dura yeroo dhaabbachaa jiru, Hayyoonni keenya ammoo garaagaruummaa ilaalchaa isaan gidduu jirullee gaaddisa jalatti walitti dhufanii hiikkachuu fedha qaban agarsiisaa waan hin jirreef.”

Ali Birra


Fuula...26...

 

 

Ilaalcha (Articles & Views)

“..Har’a KS ABO kun haala akkamii keessatti deemuuf deema? Hawwii ummata Oromoo bakkaan ga’uuf, fedhii miseensota isaa guutuuf, yaaddoo fi sodaa hawaasa isaa dhabamsiisuu fi akkasumas kiyyoo diinaa irraa of hanbisuuf hangam qopha’aa dha? inni jedhus gaaffii sammuu koo keessa na deddeebi’an turan… Kana qofaas osoo hin taane oduu adda addaa bakkee irraa dhadhaga’amaniin wal qabatee, Konfiransiin magaalaa Bergen irratti ta’e, walgahii kana irrattis ilaalchii  fi yaaliin dhiibbaa biyyoota dhihaa kun dhaaba keenyaa fi tokkummaa Etoophiyaa jedhamu kana irratti qaban... Wal gahii sana boodas yaadni tatamsa’inni miseensota dhaabichaa fi hawwaasa keessatti mul’achaa ture sun…wal gahii kana irratti dhiibbaa maalii fidu inni jedhu sammuu koo keessa gaaffilee fi yaaddoo deddebi’an keessaa kanneen hangafa ture. ABOn Kaayyoo ganamaa qabatee fiixaan ba’iinsa isaaf kora kana irratti sagantaa adda addaa dhiheessa moo? Akkuma bakkeetii dubbatamu dhiibbaa warri dhihaa irraan ga’aa jiraniin sagantaa siyaasa isaa jijjiiree gara tokkummaa Etoophiyaa jedhu sanatti deema? Gaaffii wal danqaa sammuu koo qaban ture...


Fuula..4...

 

 

 

Gola Kitaabotaa irraa (Book Corner)

"...Qabxii cimaan barreefama koo bara 2004 (Contending democracies: US-sponsored "democracy" encounters indigenous democratic forms) jedhu keessatti ka’e Ethiopia ilaalchisee "dimokrasii" inni mootummaan (aanga’oonni) USA dubbatanii fi inni ummatni Oromoo dubbatu tokko akka hin taane- galii, akeekni fi deemsi isaas kan wal hin-fakkaannee akka ta’ee dha. Barruu kun kan qophaa’e jalqaba bara 1997 ti. Iccitiin "dimokrasii" Ethiopia keessatti shaakalamaa ture dimokraasi dhugaa kan hin-taanee fi irree (humnaan) bitta aangoo habashaa ummatarattii deebisee gad-dhaabuu kan xiyyeeffate ta’uun isaa kan hubatame oolee buleetu..."

Fuula ....8..

Bonnie K Hocomb

 

 

 

 

 

Ijoo Dubbii, Gulaalaarraa (Editors Note)

Baatii sadan darban tokko keessa dubbisaan Burqaa tokko haala maxxnasaa barrulee kanaa fi qabiyyee inni qabatee ba’aa turee fi jiru ilaalchisee xalayaa nuuf barresseen yaada qeeqqaa fi waan akka sirraa’u jedhee ilaalcha qabu akka armaan gadii kanatti nuuf barreesse...

 

 

 

 
 

 

HomeAbout us | Subscribe | Advertise with usBack IssuesFeedback l Shop |