| Home | About us | Subscribe | Advertise with usBack IssuesFeedback | Shop |

 
   
Home
Subscribe
Advertise with us
Back Issues
About us
Feedback
Shop
Contact us
 

 

 

 

 

Related sites
Learn Qubee
Oromo Music
Oromo Singles
 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Vol 3 Issue 1

Hudhaa 3  Lakko 1

Amajjii - Bitootessa 2006

January - March 2006

 

 

Inside this issue:  

 

 

 

“...Eega wayyaneen aangoo dhuunfattee, dinagdeen Ethiopia dhaabbbata daldalaa Wayyaanee dhuunfatamee ture. Booddana kana garuu dinagdeen biyyattii harka dhaabbata daldalaa Wayyanee fi Amarootaa gidduutti hiramee jira. Wayyaneerraa kan hafe kaan hunduu Amaraartotaan too’atamee jira jechuu dha. Kunis kan ta’uu danda’e ergamtuu mootummaa tahuun caasaadhuma mootummaa Wayaanetti fayyadamudhan karaa adda adda namoota dhalootaan Amaraa ta’aan jajjabeessuun, gargaaruun wal-utubuu fi wal ijaaruun of-ijaaranii wal-ijaaran.”
Fuula.. 12

 

 

 

 

 

 

Baafata

Ijoo Dubbii.....................................2
Oduu.............................................3
Oromia baatii 3n darban keessa.......5
Deemsa Burqaa waggaa lammaffaa.....................................6
Gola Kitaabotaa..............................8
Ilaalcha.........................................12
Goota biyyaa..................................16
Og barruu......................................18
Aadaa...........................................20

 

 

 

 

 Fincilli diddaa garbummaa har’as itti fufeera

 

Fuula.. 5

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

“...Bara 1969tti walgayii Tokkummaa Afrikaa (OAU)n godhate irratti mootummaan Sumaaleetifi Habashaa, qabsoo Baalee dhaamsuurratti waliif galan. Haaluma kanaan Somaaleen gargaarsa meshaa waraanaa kennaa turte akka dhaabdu OAUn murteesse. Kuniis waraanni hedduun marfamee, Somaleen meeshaa dur kennituuf dhoorgatte, woraanni waangodhu hindhabe. Gara biraatiin H/Sillaaseen biyyatti yoo galan ofiin of akka bulchitan mirga isaaniif kenna jedheen.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Yeeroo kana ummanni wolitti bahee mari’atee biyyatti akka galan mangguddoo itti erganii G/ Waaqoo mariin isaanii tuniis Aadam Jiloo hogganoota Dargii (Tafarii Bantii, Mengistu Hayila-Mariam fi Axnaafuu Abaata) akka qunnamaniif karaa saaqe...”

 

Fuula - 17-

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

HomeAbout us | Subscribe | Advertise with usBack IssuesFeedback l Shop |